Cash-based Interventions Transition to Egypt Post Office - FAQs (Oromo) | Page 2

Transition to EPO Waligala eergaa cahumsatransition Baatii Adooleessa 2018 jalqabee, UNHCR baqattoota gahaa hiree qabanif gargaarsa maallaqa karaa mana poosta Masri tiin kenna. Kuniis tajaajila saffisa wayyeessuu fi gargaara. Baqattooni hanga ammaa baatii baatiin karaa ATM banki ALEKSI irraa maallaqa fudhataa jirtani eergaa gabaabaa SMS isiin qaqqaba. Yoo odeeffannoo dabalataa barbaadani Caritas (Karitas) kara xxx qunnamuu nidandeessu: Caritas Alexandria: 011 5189 0999 Caritas, Nasr City: 011 2988 0899, 012 8806 4703, 011 2988 0800 kara xxx qunnamuu nidandeessu. Karaa sarara UNHCR 02 27285699 / 02 2599 0800 bilbiluu nidandeessu